The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe Cow [Al-Baqara] - Oromo translation - Gali Ababor - Ayah 205
Surah The Cow [Al-Baqara] Ayah 286 Location Madanah Number 2
وَإِذَا تَوَلَّىٰ سَعَىٰ فِي ٱلۡأَرۡضِ لِيُفۡسِدَ فِيهَا وَيُهۡلِكَ ٱلۡحَرۡثَ وَٱلنَّسۡلَۚ وَٱللَّهُ لَا يُحِبُّ ٱلۡفَسَادَ [٢٠٥]
Yeroo gara gale dachii keessa fiiga ishee keessatti badii raawwachuuf. Midhaaniifii horii balleessuuf, Rabbiin badii hin jaalatu.